Fana: At a Speed of Life!

Rakkoolee hojii dhabdummaa furuuf miseensonni manneen maree qindoominaan hojjechuu barbaachisa-Aadde Adaanech Abeebee

Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Rakkoo hojii dhabdummaa furuuf miseensonni manneen maree  qindoominaan hojjechuu barbaachisa jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.

Biiroon Misooma Indaastirii, Intarpiraayizii fi Hojii, miseensota manneen maree aanaa hanga gidduugaleessaa jiran waliin mari’ateera.

Waltajjicharratti Aadde Adaanech akka jedhanitti, rakkoo hoji dhabdummaa furuuf miseensonni manneen maree qindoominaan hojjechuu barbaachisa jedhaniiru.

Baatiiwwan 4’n darban lammiilee kuma 55 fi 500 oliif carraan hojii umamuu Biirichatti Hogganaan Dame Carraa Hojii fi Wabii Nyaataa Obbo Fissahaa Xibabuun ibsaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.