Ragaa Sobaa
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC) – Xaalayaa Sobaa Ministeera Raayyaa Ittisaaf Barreeffame jedhamuun Miidiyaalee hawaasummaarra oliif gadi naanna’aa jiru.
Xaalayaan Sobaa Ministeera Raayyaa Ittisaaf Barreeffame jedhamuun Miidiyaalee hawaasummaarra oliif gadi naanna’aa jiraachuu eerameera.
Xaalayaan miseensonni duraanii Raayyaa Ittisaa Biyyaa gara dhaabbatichatti akka deebi’an ajaja kennuu jechuun barreeffamee miidiyaalee hawaasummaarraa naanna’aa jiru Xaalayaa sobaa ta’uu ibsameera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.