Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan Ittisaa Wareegama Gootoonni duraanii Injifannoo Adwaarratti taasiisan dhaaluun gootummaan biyyaaf Waardiyyaa ni ta’a – Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa

Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Wareegama Gootoonni duraanii Injifannoo Adwaarratti taasiisan dhaaluun waardiyyaa ta’uun gootummaan biyya kan taajilu ta’uu Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan ibsan.

Guyyaan Yaadannoo Injifannoo Adwaa waggaa 128ffaan sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.

Injifannoon Adwaa injifannoo seenaan itti hojjetame ta’uu Itaamaajooriin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan saganticharratti argamuun haasawa taasiisaniin eeraniiru.

Bara kana ammoo Yaadannoon injifannicha madaalu dhaloota kanaan ijaaramuun kaasaniiru.

Raayyaan Ittisaa Wareegama Gootoonni duraanii Injifannoo Adwaarratti taasiisan dhaaluun waardiyyaa biyyaa ta’uun gootummaan kan hojjetu ta’uu eeraniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.