Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan Ittisaa, Poolisiin Federaalaa fi qaamoleen nageenya waliin ta’uun gaara murteessaa juuntaan qabatee ture gadhisiisuu ibsame

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa, Poolisiin Federaalaa fi qaamoleen nageenya waliin ta’uun adda Waraanaa Walloon gaara tursiimoo lolaaf murteessaa ta’e juuntaan qabatee ture gadhisiisuu ibsameera.

Miseensonni kunneen qindoominaan Godina Kibbaa Walloo aanaa Warra Baabbuu Gaara Gohaa garee shororkeessaa ABUT harkaa baasuu ibsameera.

Garichi bakka ga’e hundatti qabeenya uummataa saamaa fi barbadeessaa turuu ragaan Poolisii Federaalaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.