Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan Ittisaa hojii farreen nageenyaa barbadeessuu cimsee itti fufuu ibsame

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa hojii shororkeessitoota barbadeessuu cimsee itti fufuu Daayreektarri Qunnamtii Ummataa Raayyaa Ittisa Biyyaa Koloneel Geetinnat Adaanee ibsaniiru.

Tarkaanfiin fudhatamu bal’inaan itti fufuu himaniiru.

Mootummaan tarkaanfii dhukaasa dhaabuu gamtokkee taasiise hordofee gareen shororkeessaa ABUT naannoo Amaaraa fi Afaariitti yakka suukkaneessaa raawwachuu Koloneel Geetinnat ibsaniiru.

Raayyaan Ittisaa iddoolee tarsiimoo waraanaa qabachuun qophii taasiisaa turuu kaasaniiru.

Yeroon ammaa iddoo hundatti shororkeessitoota duguugee baasuuf tarkaanfii cimaa fudhachuu eegaluu ibsuu isaanii ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.