Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan ittisa biyyaa magaalaa Hiiwaanee garee ABUT jalaa bilisa baase

Finfinnee, Sadaasa 18,2013 (FBC) -Raayyaan ittisa biyyaa magaalaa Hiiwaanee garee ABUT jalaa bilisa baasuu ibsame.
Leetanaal Janaraal Baacaa Dabaleen ibsa laataniin akka beeksisanitti.
juuntichi gara Aaddii Guudam baqachaa jira.
Raayyaan ittisaa iddicha qabachuuf taankii 6 , Zuu 23 lamaa fi meeshaalee hedduu gareen badichaa itti fayyadamaa ture tajaajilaan ala taasiseera.
Riqaalee fi bu’uuraalee misoomaa juuntichi baqannaarratti diige suphaa imalasaa ga’umsaan itti fufeera.
Maqalee to’achuf imalaa jiraachuus eeraniiru.
Faasikaaw Taaddasaatu gabaase.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.