Fana: At a Speed of Life!

Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Bahaa hundeeffamasaa waggaa 47ffaa sababeeffachuun agarsiisa adda addaa qopheesse

Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Bahaa hundeeffamasaa waggaa 47ffaa sababeeffachuun agarsiisa garaagaraa qopheesseera.

Agarsiisa kanas Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajaa olaanaa Ajaja Bahaa Leetinaal Jeneraal Mahaammad Tasammaafi Daaryekterri Daarektoreetii Qorannoo Hambaaleefi Bulchiinsaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Birgaader Jeneraal Dassaalenyi Daacheetu Godambaa Raayyaa Ittisaa Magaalaa Hararitti jalqabsiise.

Agarsiisicharratti meeshaaleen Waraanaa garaa garaa daawwannaaf kan dhiyaatan yoo ta’u hanga Qaammee 2, 2016 kan turu ta’uu TOI gabaaseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.