Raayyaa Ittisa Biyyaa Cina hiriiruun kan isaan boonse ta’uu Atileetonni ibsan
Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaa Cina hiriiruun adda waraanaatti duuluun kan isaan boonse ta’uu Atileetonni Gazzaany Abarraa, Fayisaa Leellisaa fi Maarqoos Gannatii ibsan.
Atileettonni Kunneen Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa hiriiruun diina barbadeessuu ibsameera.
Hanga dhumaatti raayyaa ittisa biyyaa cinaa hiriiruun wareegama kaffaluu qaban kaffaluuf qophii ta’uu ibsuu isaanii ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.