Fana: At a Speed of Life!

Raawwiin oomisha qamadii Oromiyaa gamaaggamamaa jira

Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Naannoon Oromiyaa raawwii oomisha qamadii gamaaggamaa jiraachuun ibsame.

Waltajjii gamaaggamaa kanarratti Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi hoggantoonni seektara Misooma Baadiyyaa argamaniiru.

Raawwii oomisha qamadii jallisii bara 2014 fi Karoorri bara 2015 irratti mari’atamaa jiraachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.