Fana: At a Speed of Life!

Raawwiin hojii waggaa manneen hojii ministirootaa damee hawaasummaa gamaagamamaa jira

Finfinnee,Waxabajjii 17,2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad raawwiin hojii manneen hojii ministirootaa damee hawaasummaa gamaagamamaa jiraachuu ibsan.
 
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad fuula feesbuukii isaaniin akka ibsanitti, Kaleessa raawwiin hojii manneen hojii ministirootaa damee diinagdeerratti hojjetanii gamaaggamamuu himaniiru.
 
Guyyaa har’a ammoo manneen hojii ministirootaa damee hawaasumma irratti bobba’anii raawwii isaanii dhiyeessaa jiraachuu ibsaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.