Raashiyaan naannoo Waraanaa Yuukreen naannawaa Poolaanditti argamuu haaleeluu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2014 (FBC) – Raashiyaan haleellaa qilleensaa taasiiftu babal’isuun naannoo Waraanaa Yuukreen naannawaa Poolaanditti argamuu haaleeluu aanga’oonni naannichaa ibsaniiru.
Haleellaa kanaan namoonni 35 yoo du’an, namoota 134 irra miidhaan qaamaa qaqqabuu eerameera.
Yuukreen gama isheen Konkolaattoota Raashiyaa meeshaalee waraanaa ammayyaa baatanii socho’an barbadeessuu ibsiteerti.
Maddi:- Al jazeera
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.