Fana: At a Speed of Life!

Raashiyaan dippiloomaatota Neezralaandii fi Beeljiyeem ariite

Finfinnee, Eebila 11, 2014 (FBC) – Raashiyaan dippiloomaatota Neezralaandii 15 fi Beeljiyeem lakkoofsi isaanii hin beekamne ariite.

Dippiloomaatonni kunneen guyyoota lama keessaatti Raashiyaa gadi lakkisanii akka ba’aan ajaja dabarsuushee Ministeerri Dhimma Alaa biyyatti beeksiseera.

Tarkaanfichi imbaasiwwan Raashiyaa Heeg fi Amsitaardaamitti argamu, dhorkii dhaabbilee meeshaalee waraanaa keemikaalaa idil addunyaa fi bakka buutoota raashiyaa dhaabbilee idil addunyaa fi hojjettoota ari’uu hordofee deebii laachuuf akka ta’e eerameera.

Maddi:-Anaadool

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.