Fana: At a Speed of Life!

Qusannaan Baankii Siinqee Birrii biiliyoona 20 caale

Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) – Qusannaan Baankii Siinqee Birrii biiliyoona 20 caaluu baankichi beeksiise.

Baatiwwan torban darban keessaa maamiltoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 31 baankii Siinqeetti qusachuu Daayrekterri Walitti Qabaa Qusannaa baankichaa Obbo Jamaal Waarituun himaniiru.

Sochii duula qusannaa baatiwwaan torban darban keessa gaggeeffameen Birriin biiliyoonni 10 ol qusatamuu ibsaniiru.

Birrii duula qusannaan walitti qabame keessaa Birriin
biiliyoona 2 Makaanaayizeeshinii qonnaa ammayeessuuf tiraakteroota 500 bituun dargaggoota qonnarratti gurmaa’aniif kenamuu dubbachuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.