Fana: At a Speed of Life!

Qulqullina barnootaa eegsisuuf itti fufiinsaan hordofuu fi wal deeggaruu gaafata jedhame

Finfinnee, Mudde 3, 2016 (FBC) – Godina Arsiitti mariin sosochii qulqullina barnootaafi fooyya’iinsa qabxii barataa gaggeeffameera.

Pireezidaantii Itti Aanaa bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii dabalatee qooda fudhattoonni maricharratti argamaniiru.

Qulqullina barnootaa eegsisuuf itti fufiinsaan hordofuu fi wal deeggaruu kan gaafatu ta’uu ibsameera.

Qulqullinni barnootaa mirkaneessuun gahee nama hundaa ta’uu marichaan ka’eera.

Egeree biyyaaf barnoonni bu’uura waan ta’eef kutannoon irratti hojjechuun murteessaa ta’uu eerameera.

Faxxanaa Zawudeetu Gabaase

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.