Fana: At a Speed of Life!

Qullubbii fi Hawaasaatti Ayyaanni waggaa Gabre’eelii haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira

Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC) – Ayyaanni waggaa Ergamaa Gabre’eelii Qullubbii fi Hawaasaatti bakka hordoftoonni amantaa Ortodoksii hedduun argamanitti haala duudhaa amantichaa eegeen kabajamaa jira.

Ayyaanichi Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Gadaamii Qullubbii Gabre’eelitti sirnoota amantichaa garaagaraan haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira.

Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasattis ayyaanni Qullubbii Gabre’eelii bifa duudhaa amantichaa eegeen kabajamaa jiraachuu eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.