Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni Rimeediyaalii Waxabajjii 9 kennamuuf ture Waxabajjii 11’tti jijjiirame

Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Qormaanni Rimeediyaalii Waxabajjii 9, 2016 kennamuuf ture gara Walxabajjii 11, 2016’tti jijjiiramuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ministeerichi dhimmicha ilaalchisuun ibsa baaseen akka beeksisetti, qormaata rimeediyaalii Waxabajjii 3-10, 2016 kennuuf sagantaan qormaataa qophaa’ee turuu yaadachiiseera.
Ta’us, Waxabajjii 9, 2016 Ayyaana Iid Al Adahaa (Arafaa) waan ta’eef, qormaanni guyyicha kennamuuf ture Waxabajjii 11, 2016 kan kennamu ta’uu hubachiiseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.