Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 boru kennamuu eegala – Biiroo Barnootaa Oromiyaa

Finfinnee, Caamsaa 28, 2016 (FBC) – Oromiyaatti qormaanni Kutaa 6ffaa bara 2016 guyyaa boruu eegalee kan kennamu ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeskiseera.

Qormaanni kun Oromiyaatti yeroo jalqabaaf wiirtuwwan kuma 1 fi 424 ibsameera.

Akka Naannoo Oromiyaatti barattoonni kumni 731 fi 955 qormaata kutaa 6ffaa kana kan fudhatan ta’uu ragaan biiricharraa argame ni mul’isa

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.