Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Saayinsii Uumamaa kennamu eegale

Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa barattoota Saayinsii Uumamaaf kennamu eegaleera.

Qormaatichi Oonlaayinii fi Waraqaan kennamu eegaluun ibsameera.

Qormaatichi Adoolessa 9-11 ,2016 kan kennamu ta’uun eerameera.

barattoota Saayinsii Hawaasaf Adoolessaa 3-5, 2016 qormaatichi kennamaa turuun ni yaadatama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.