Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni biyyaalessaa Kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa haala tasgabbii qabuun kennamaa jira – Pir. Birhaanuu Naggaa

Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa Kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa haala tasgabbii qabuun kennamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnootaa Pirofeesar Birhaanuu Naggaan ibsan.

Pirofeesar Birhaanuun Barattoota Yuunivarsiitii Siiviil Sarvisiitti qoramaa jiran daawwataniiru.

Qormaanni biyyaalessaa Kutaa 12ffaa saayinsii uumamaa guutuu biyyattiitti haala tasgabbii qabuun kennamaa jiraachuu Pirofeesar Birhaanuun dubbataniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.