Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegale

Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC)- Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa kennamuu eegaleera.

Qormaatichis nageenyummaan isaa eegamee walirraa hannaa qormaataa tokko malee akka kennamuuf yuunivarsitiiwwanitti kennamuu eegaleera.

Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa baranaan barattoonni kuma 976 fi 18 qormaatichaa akka fudhatan eerameera.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad kanneen qormaataa fudhataniif ergaa dabarsaniin, “Qormaanni kutaa 12ffaa fudhattan abdii Ityoophiyaa isaa dhugaa ta’uu keessan kan itti mirkaneessitan akka ta’u amanna” jechuun isaanii ni yaadatama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.