Qorattoonni hawaa Chaayinaa sadii ergamasaanii baatii sadii xumuruun deebi’an
Finfinnee, Fulbaana 7, 2014 (FBC)- Qorattoonni hawaa Chaayinaa sadii ergamaasaanii baatii sadii xumuruun deebi’aniiru.
Lammiileen gara hawaatti ergaman Nii Haaysheent, Liiyoo Boomiingii fi Taang Hunguuboo jedhamaan qorattoota hawwaati jedhameera.
Mankuraakuriin hawaa argataniis Sheenzuu -12 akka jedhamuus beekameera.
Mankuraakuriin kun bulchiinsa Chaayinaa Kaabaa bulchiinsa Moongooliyaa Raas buufata Doongafeeng nagaan gahuun isaa beekameera.
Qorattoonni hawaa sadeen kunneen bara Faranjoota Waxabajjii 17, 2021 ergamaaniiru jedhameera.
Maddi:-CGTN
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.