Qopheessitoota Do’iif yeroon beeksisaa bilisaa kenname
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet qopheessitoota Do’iif yeroo beeksisaa bilisaa kenne.
Yeroon beeksisaa bilisaa kunis waggaa tokkoof kan turu yoo ta’u, beeksisa Do’ii raadiyoo fi televiizhiniin ta’uu eerameera.
Sirni waliigaltichaas Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeetii fi Waldaa ogeeyyii Do’ii waliin har’a mallatteeffameera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.