Fana: At a Speed of Life!

Qonnaan bultootaaf xaa’oo yeroon dhiyeessuuf adeemsi xaa’oo biyyoo buufatarraa geejjibsiisuu saffisaa jiraachuu ibsame

Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Qonnaan bultoota Ityoophiyaaf xaa’oo yeroon dhiyeessuuf hojiin xaa’oo biyyoo geejjibsiisuu saffisaa jiraachuu Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Birhanuu Tsaggaayee himaniiru.

Ambaasaaddarichi buufata hundagaleessaa Dooraaluuttitti argamun adeemsa geejjiba xaa’oo biyyoo daawwataniiru.

Waqxiin qonnaa ga’uun walqabsiisee adeemsa geejjibichaa daawwachuusaanii himaniiru.

Hojiin qonnaan bultoota xaa’oo biyyoo yerootin dhiyeessuu murteessaa ta’uu Ambaasaaddar Birhaanuun himaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.