Qonnaan bultootaaf biqiltuuwwan buna miiliyoonni 5 laatame
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Waldaan dhuunfa itti gaafatamuummaan isaa murta’ee Qiriicaanshee Tireeding biqiltuuwwan buna miiliyoona 5 qonnaan bultootaaf dabarseera.
Biqiltuuwwan buna kunneen sanyii fooyya’aa fi oomisha gaarii argamisiisuu danda’uu jedhameera.
Biqiltuuwwan dabarfaman godina Gujii aanaa Koochaareetti qonnaan bultoota aragamaniif ta’u ibsameera.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.