Fana: At a Speed of Life!

Qondaaltoonni Waraanaa Ityoophiyaa fi Eertiraa waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 26, 2015 (FBC) – Qondaaltoonni Waraanaa olaanoo Ityoophiyaa fi Eertiraa dhimmoota garaagaraarratti waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota daangaa biyyoota lamaanii fi nageenya naannawaarratti waloon hojjechuuf marii taasisuu isaanii ragaan Raayyaa Ittisaarraa argame ni mul’isa.

Jeneraaloonnii fi Qondaaltoonni waraanaa olaanoo Eertiraa Ityoophiyaatti daawwannaa taasisaa jiraachuun kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.