Fana: At a Speed of Life!

Qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Walaayittaa Sooddootti hojiilee Misooma daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 30, 2016 (FBC)- Qondaaltoonni Olaanoo Mootummaa Federaalaa fi Naannoo, Magaala Walaayittaa Sooddootti hojiilee Misoomaa garaagaraa daawwataniiru.

Daawwannicharratti Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa fi Itti Aanaan Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Elemaa Abubakar akkasumas qondaaltoonni naannichaa biroon argamaniiru.

Hoggaantoonni kunneen hojiilee misoomaa Maaddii Guutuu fi qonnaa magaalaattiitti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.