Qondaaltonni Naannoo Amaaraa Argisiisa Qonnaa Gola Hambaa Saayinsiitti daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC)- Qondaaltonni olaanoon Mootummaa Naannoo Amaaraa Argisiisa Qonnaa Gola Hambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa jiru daawwataniiru.
Argisiisichi, beekumsa teeknooloojii ceesisuu fi oomishtummaa guddisuuf muuxannoo olaanaan kan irraa fudhatamu ta’uu hirmaattonni daawwannichaa ibsaniiru.
Argisiisichi mata duree “Mana yaaliirraa gara facaasaatti” jedhuun kan qophaa’e ta’uun ni yaadatama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.