Fana: At a Speed of Life!

Qindoominni Teeleekoomi Idil Addunyaa bakka buutoota Ityoophiyaa waliin marii taasise

Finfinnee, Hagayya 11, 2013 (FBC)- Qindoominni Teeleekoomi Idil Addunyaa bakka buutoota Ityoophiyaa waliin marii taasiseera.

Komishinarri Komishinii Misoomaa fi Pilaanii Dooktar Fitsuum Asaffaa Ityoophiyaatti dhiyeenyaa bakka buutoota qindoominaa tajaajilaa Teeleekoomii laachuuf eeyyamaa argataan waliin marii’ataniiru.

Marii isaaniin Dooktar Fitsuum Ityoophiyaan yeroo itti aanuutti damiicharratti tarkaanfii fooyya’insaa koroorsiteerratti ibsa laataniiru.

Komishiniin Misoomaa fi Pilaanii karooraa waggaa kudhanii qopheesserratti, invastimantiin, carraa hojii uumuu, teeknooloojii akkasumas dameewwa biroon irratti ibsa kan laatan.

Dabalataanis qindoominni idil addunyaa bakka buutoota Ityoophiyaaf dhimmoota ibsi laatameerratti mariitaasisuun deebiin laatamuu ragaan komishinicharra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.