Fana: At a Speed of Life!

Qeerroo fi Qarreen aanaa Maannaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4 fi sangoota 66 taasiisan

Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Qeerroo fi Qarreen Godina Jimmaa aanaa Maannaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 4 fi sangoota 66 taasiisaniiru.
Qeerroowwan aanichaa “akkuma kaleessa daandii cufnee wayyaanee aangoorraa ariine, ammas raayyaa ittisa biyyaatti makachuun awwaalchasaa raawwanna” jedhaniiru.
Qeerroo fi Qarreewwan kunneen Raayyaa Ittisaaf dhiigas arjoomaniiru.
Itti aanaa Bulchaan Bulchiinsa godina Jimmaa obbo Yesuuf Shaaroo, ummanni godina Jimmaa hanga ammaatti raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miilyoona dhibba 1 fi Miiliyoona 36 taasiisuu ibsaniiru.
Muktaar Xahaatu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.