Fana: At a Speed of Life!

Qamadiin meetirik Tooniin kumni dhibbi 2 ol deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif bittaan raawwateera jedhame

Finfinnee, Gurraandhala 10, 2013 (FBC) – Qamadiin meetirik Tooniin kumni dhibbi 2 ol deeggarsa namoomaa naannoo Tigraayiif bittaan raawwatamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa beeksiseera.
Komishinichi meetirik toonii kuma dhibba 3 deeggarsa taasiisuuf karoorfatee hojjechaa jiraachuu ibseera.
Naannichatti hanga ammaatti lammiilee miiliyoona 2 oliif deeggarsi namoomaa dhiyaachuu kan ibsi Komishinichi kanneen hafan qaqqabsiisuuf hojjetamaa jiraachuu beeksiseera.
Qamadii bitamee keessaa meetirik tooniin kumni 19 gara biyya keessaa galuu Komishinich Faanaa Broodkaastiingii Korporeetiif ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.