Fana: At a Speed of Life!

Qajeelfamni saffisa konkolaattotaa daangessu hojiirra oolufi

Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Qajeelfama saffisa konkolaattotaa daangessu hojiirra oolchaa akka jiru Abbaan Taayitaa Geejibaa Federaalaa beeksise.

Saffisa konkolaattootaa daangessuuf qajeelfamni lakkoofsi 27/2011 hojiirra ooluu eegaluun ibsameera.

Dhaabbilee qajeelfamichaa fi meeshaa saffisa daangessu hojjetan 23f eeyyamni ga’umsaaa kennamuun himameera.

Qaamni tajaajila kana barbaadu kamiyyuu dhaabbilee kanneen irraa argachuu kan danda’u ta’uu abbaan taayitichaa beeksiseera.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.