Fana: At a Speed of Life!

Qajeelfamni buna gabaa alaaf dhiyaatu sharafa alaan biyya keessatti gurguruu dandeessisu ba’uu ibsame

Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Abbaan Taayitaa Bunaafi Shayii Ityoophiyaa wixinee qajeelfama buna gabaa alaaf dhiyaatu sharafa alaan biyya keessatti gurguruu dandeessisu baasuu ibsame.

Wixinicharratti guyyaa har’aa irraa eegalee hanga guyyoota 15 qaamoleen qooda fudhattootaa hundi yaada akka irratti kennan gaafatamuu ragaan abbaa taayitichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.