Qajeelchichi hoggantoota bu’aa gaarii galmeessisaniif sagantaa beekamtii kennuu gaggeesse
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2014 (FBC) – Raayyaa Ittisa Biyyaatti qajeelchi olaanaan Gamtaa Raayyaa, Barnootaa fi Leenjii hoggantootaa fi miseensota bu’aa hojii gaarii galmeessisaniif sagantaa beekamtii kennuu fi galateeffanaa gaggeesse.
Saganticharratti Ittaanaa Itaamaajor Shuumii Jeneraal Abbabaawu Taaddasaa dabalatee hoggantoonni raayyichaa olaanoo fi keessummoonni waamichi taasifameef argamuu ragaan Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaarraa aragame ni mul’isa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.