Fana: At a Speed of Life!

Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Dirree Dawaa qondaaltotaa fi hoggantoontaa olaanoo eebbise

Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Dirree Dawaa qondaaltotaa fi hoggantoontaa olaanoo 104 leenjisaa ture eebbisiiseera.

Sirna eebbaa kanarratti, Afyaa’ii Mana Maree Magaalaa Dirree Dawaa Aadde Fatiyaa Adan, Kantiibaan Magaalichaa Obbo Kadiir Juhaar, jaarsoliin biyyaa, abbootiin gadaa fi kanneen biroon argamaniiru.

Qondaaltota qabxii olaanaa galmeessaniif beekkamtii fi badhaasni kennameera.

Qajeelchi Waliigalaa Poolisii Dirree Dawaa qondaaltotaa fi hoggantoontaa olaanoo poolisii ofii isaan barsiisee yeroo eebbisuu kun kan jalqabaati.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.