Fana: At a Speed of Life!

Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoome

Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)- Qabxiin Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa ifoomuu Ministeerri Barnoota beeksise.

Ministirri Ministeera Barnoota Piroofessar Birhaanuu Naggaan dhimmicha ilaalchisuun ibsa kennaaniiru.

Ibsa isaaniin, Barattonnii qabxii darbiinsaa fidan kuma 27 fi 267 yookiin %3.2 qofaa ta’uu dubbataniiru.

Qabxiin olaanaan Saayiinsii umaamaarrra 649 Magaalaa Finfinneetti yoo galma’u, Saayiinsii Hawaasaan immoo 533 Magaalaa Dabra Mariiqos irraa ta’uu ibsaniiru.

Malaakuu Gaddiftu Gabaase

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.