Fana: At a Speed of Life!

Qabsaa’aan farra Appaartaayidii Afrikaa Kibbaa Deezmoondi Tuuttuun du’an addunyaa kana irraa boqotan

Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) – Qabsaa’aan farra Appaartaayidii Afrikaa Kibbaa fi Abbaan Amantaa Qees, Deezmoondi Tuuttuu du’an addunyaa kana irraa boqotaniiru.

Deezmoondii Tuutuu lammiilee Afrikaa Kibbaa farra Appartaayiidi kuffiisuuf kanneen qabsaahan keessaa isaan tokkodha.

Qees, Dazmoondiin tajaajila Afuuraa kennan dabalataan sadarkaa Idil adduunyarraatti kan beekaman yoo ta’uu umurii isaanii waggaa 90 tti lubbuun isaanii darbeera.

Qabsoo sirna Appaartaayidii Afrikaa Kibbaatti gaggeessaa turaniin Deezmoondii bara Faranjootaa 1984 Badhaasaa Noobeelii nageenyaa argataniiru.

Afrikaa Kibbaa fi guutuu addunyaatti dinqisiifattootaa fi beekkamtii hedduu horataniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.