Fana: At a Speed of Life!

Qabeenyi keenya ummata miiliyoona dhibba 1 ta’uu hubannee Ityoophiyaa jijjiiruuf waloon yaa hojjennu – Dooktar Abiy

Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Qabeenyi keenya ummata miiliyoona dhibba 1 ta’uu hubachuun Ityoophiyaa jijjiiruuf waloon yaa hojjennu jedhan Muummeen Minsitiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dookatr Abiy, qabeenyi keenya ummata miiliyoona dhibba 1 ta’uu beeknee, walkabajuun, jaalalaa fi ida’amuun Ityoophiyaa jijjiiruuf waloon yaa dhaabbannu jechuun waamicha dhiyeessaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.