Fana: At a Speed of Life!

Qabeenyaa Ityoophiyaa kan ta’eTiraans furtuu konkolaattoota jajjaboo 179 Jibuutii dhaabbatanii turanii deebifame

Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Tiraans Ityoophiyaa bakka bu’a haaran Ministeera dhimma biyyaa keessaa qabeenyaa dhaabbatichaa kan ta’ee furtuun konkolaattoota jajjaaboo 179 fudheera.

Dhaabbilee ittiffama keessa tokko kan ta’ee qabeenyaa Ityoophiyaa kan ta’e Tiraans hojii gara Jibuutii imaluun gara biyyaa osoo hin deebi’iin kan hafaan konkolaattoonni jajjaboon fe’umsa 179 fi konkolaattoota bishaan fe’aan ‘boottee’ 4 Jibuutiidha deebisuuf mariin gaggeeffamaa tureera.

 

Kanaafis Imbaasiin Ityoophiyaa Jibuuttitti argamu dhaabbilee mootummaa qaamolee dhimmi ilaallatuu waliin konkolaattoota kanneen deebisuuf hojii raawwateen deebi’uu akka danda’aan Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.