Fana: At a Speed of Life!

Qaamolee duula birmadummaa biyyaarratti raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif beekkamtiin laatame

Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Miseensoota Raayyaa ittisa biyyaa, hojjettoota siiviilii fi qaamolee nageenyaa biroo duula birmadummaa biyyaarratti raawwii hojii olaanaa galmeessisaniif Qajeelcha Fayyaa olaanaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatiin beekkamtiin laatamaa jira.

Sagantaa galateeffannaa fi beekkamtii laachuu kanaarratti Etaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan  argamu ragaan Ministeera Raayya ittisa biyyarra argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.