Fana: At a Speed of Life!

Qaammeen 3 “Guyyaan Birmadummaa” naannolee garaagaraatti kabajamaa jira

Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Qaammeen 3 “Guyyaan birmadummaa” naannoleetti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.

Haaluma kanaan Naannoolee Hararii, Kibbaa Itiyoophiyaa, Kibba Lixa Itiyoophiyaatti guyyichi mata duree “Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf” jedhuun kabajameera.

Dabalataan guyyichi Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa, Naannolee Beenishaangul Gumuz, Sidaamaa, Amaaraa, Afaar, Somaalee, Gaambeellaatti kabajameera.

#oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.