Fana: At a Speed of Life!

Qaammee 3 Guyyaa Birmadummaa

Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Qaammeen 3, “Guyyaa Birmadummaa” mata duree “Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf” jedhuun kabajama.

Barii jijjiiramaa irraa eegalee birmadummaa dhiigaan gonfanne tiksaa guddina biyya keenyaa dafqa keenyaan guutuu taasisuuf xiyyeeffannoo addaatiin hojjetamaa jira.

Kanaanis birmadummaa keessoofi alaa karaa madaala isaa eegeen tiksaa birmadummaa dinagdee mirkaneessaa; daneessummaa birmadummaa hunda galeessaaf utubaa taasifamee injifannooleenis galmaa’aa jiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.