Fana: At a Speed of Life!

Qaammee 2, Guyyaa Riifoormii

Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree ‘Riifoormii tajaajila caalmaaf’ jedhuun kabajamaa oola.

Itiyoophiyaan cabiinsa rogdaneessa keessa jirtu injifachuuf fala waaraaf rifoormiiwwan garaa garaa injifannoo caalmaaf hojiirra oolchuun badhaadhina hunda galeessaaf hojjechaa jirti.

Keessummaa cabiinsa dinagdeetiif tarkaanfii haaraa dinagdee damdaneessaa, Haqa uummataa bakkatti deebisuuf humnoota waloo cimsuu, damee sivil servisii milkeessuuf kenna tajaajilaa fooyyessuun aantummaa uummataa mirkaneessuu, teeknoloojii jajjabeessuuf dijitaalaayizeeshiniifi kkf hojiitti hiikaa rifoormii tajaajila caalmaa milkeessuuf imala Itoophiyaa haaraaf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Kominkeeshinii Oromiyaa ibseera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.