Fana: At a Speed of Life!

Qaajelchii olaanaa maandisummaa proojektoota Birrii miiliyoona 405 ijaarsisee 3 xumuruun dabarse

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Qaajelchii olaanaa maandisummaa proojektoota Birrii miiliyoona 405 ijaarsisee 3 xumuruun dabarsuu beeksise.
Proojektoonni dabarfamaan giddugalaa raayyaa ittisa biyyaa, giddugalaa suphaa konkolaataa gurguddaa fi salphaa akkasumaas gamoo daa’immanii fi haadholiin itti da’aanidha jedhameera.
Wal harkaa fudhaniisicha kan raawwata itti gaafatamaan Qaajelcha olaanaa maandisummaa Letinaal Jeneraal Getaachaw Guddina, itti gaafatamaa qajeelcha olaanaa loojastikii gamtaa Mejar Jenaraal Abdurramaan Ismaa’eelidha.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.