Proojektiin Gorgoraa damee Turizimii cimsuun diinagdee biyyaa ni utuba – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa har’aa qaama maaddii biyyaa kan ta’e proojektii Gorgoraa gamaaggamuu isaanii ibsaniiru.
Baatii muraasa keessatti hojii hedduun hojjetamuu kaasaniiru.
Proojektiin kun wayita xumurame damee Turizimii cimsuun diinagdee biyyaa ni utuba jedhan Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.