Proojektiin Boolla Bishaanii Laga Daadhii kutaa 2ffaan bara baajataa kanatti xumurama jedhame
Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Proojektiin Boolla Bishaanii Laga Daadhii kutaa 2ffaan guyyaatti bishaan Meeti Kiyuubii kuma 86 oomishuu danda’u bara baajataa kanatti xumuramee tajaajila laachuu eegala jedhamee kan eegamu ta’uu Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’aa Magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Proojekticha sadarkaa Itti aanaa kantiibaatti hoji gaggeesaa olaanaa Bulchinsa Magaalaa Finfinnee obbo Xiraatuu Bayyanaa, hoji raawwachiisaa olaanaa Tajaajila Elektirika Ityoophiyaa obbo Shifarraawu Taliilaa, hoji gaggeessaa olaanaa Abbaa Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo Injinar Zarihuun Abaataa fi hooggantoonni dhaabbilee fi ogeeyyonni daawwachuu ragaan Abbaa Taayitaa Bishaanii fi Dhangalaa Magaalaa Finfinneerraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.