Proojektiin Addabaabaay Masqalaa eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Proojektiin Addabaabay Masqalaa hanga Mana Qopheessaa eebbifame.
Proojektii Addabaabayi Masqalaa hanga Mana Qopheessaa baasii Birrii biiliyoona 2.6 ijaarramee jedhameera.
Proojekrichi dheerinaa kiiloo meetir 3.5 fi baldhina meetira 50n hojjetamee jedhameera.
Saganticharratti Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ,itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee, Ministirri Ministeera Albuudaa fi Boba’aa Injinaar Taakkalaa Uumaa, Preezdaantiin Mana Murtii waliigalaa aadde Ma’aazaa Ashannaafii, preezdaantiin FDRI duraanii Dooktar Mulaatuu Tashoomaa, Ministiroonnii, ambaasaaddaroonni fi keessummoonni waamichi taasifameef argamaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.