Fana: At a Speed of Life!

Proofeeser Birhaanuun barattootaa fi barsiisoota waamicha biyyaa fudhachuun hirmaannaa taasisaan galateeffatan

Finfinnee, Mudde 4, 2014 (FBC)- Bu’a qabeessummaa duula biyyaaf torbee tokkoof barnooti idile cufamuun tajaajilli hawaasummaa laatama ture har’a xumurameera.

Tajaajila hawaasummaa torbee tokkoof tureen guutuu Ityoophiyaatti barattoonnii fi barsisoonni oomisha maatii dultootaa walitti qabu, dhiiga arjoomuun, deeggarsa walitti qabuu fi galaa qopheessuurratti hirmaataniiru.

Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeser Birhaanuu Naggaa barattootaa fi barsiisoota waamicha biyyaa fudhachuun hirmaannaa olaanaa taasisaan galateeffataniiru.

Barattoonni guyyaa har’arra eegale barnoota idileeesaanii eegaluu ragaan Ministeera Barnootaarra argame ni muul’dhisa.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.