Fana: At a Speed of Life!

Proofeesaroonni Ityoophiyaa dandeetti isaanii biyyaaf oolchuun hirmaanna taasisu qabu – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee

Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) –Proofeesarootni guutuun Ityoophiyaa dandeetti isaanii biyyaaf oolchuun hirmaanna taasisu akka qaban Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee yaa’ii idilee Mana Maree Proofeesarootaa 2ffaa irratti himan.
Yaa’iin idilee Mana Maree Proofeesarootaa 2ffaan mata duree ‘hayyoota keenya galma saayinsii fi barnoota olaanooof’ jedhuun gaggeeffamaa jira.
Ministirri Saayinii fi Barnoota Olaanoo dooktar Saamu’eel Urqaatoo gama isaaniin Proofeesarootni guutuun Ityoophiyaa dandeetti isaanii biyyaaf oolchuun hirmaanna taasisu akka qaban eeruun, misooma mirkaneessuuf hojjechuu qabu jedhan.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.