Fana: At a Speed of Life!

Proofeesar Birihaanuu Naggaan filannoo marsaa 6ffaaf sagalee laataniiru

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Proofeesar Birihaanuu Naggaan Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Niifas Silki Naannoo Filannoo 23 tti Buufata Filannoo 05 tti argamuun sagalee kennaniiru.
Muluu Waaqshumeetu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.