Fana: At a Speed of Life!

Projaktiin Qindawaa’aa Gumaata Caffee tumaa Birrii biiliyoona sadii oliin pirojektoota adda addaa hojechuufi

Finfinnee, Qaammee 5, 2012 (FBC) – Projaktiin Qindawaa’aa Gumaata Caffee tumaa bulchiinsa Godina addaa Oromiyaa Naanawaa Finffinnee Birrii biiliyoona sadii oliin pirojektoota adda addaa hojechuufi.
 
Akka Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksiseetti kana keessaa inni tokko manneen barnoota moodelaa shan Birrii miiliyoona shantamaan ijaaruuf kontiraaktaroota waliin bakka Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa,obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti wal harkaa fuudhiinsi raawwatameera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.